DiscoverRaadiyoonii Dirree Shaggar Sagantaa Afaan Oromoo
Raadiyoonii Dirree Shaggar Sagantaa Afaan Oromoo

Raadiyoonii Dirree Shaggar Sagantaa Afaan Oromoo

Author: Raadiyoonii Dirree Shaggar

Subscribed: 5Played: 85
Share

Description

Raadiyoonii Dirree Shaggar Sagantaa Afaan Oromoo Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
139 Episodes
Reverse
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA AMAJJII 1 Bara 2014 (9 JANUARY 2022) Dhimmoota ijoo miidiyaalen torban kana gabaasaa turan filannee isinii dhiyeechinaa nu hordofaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 30 Bara 2014 (8 JANUARY 2022) Maalummaafi haala kabaja ayyaana Qiillee isinii dhiyeechinaa, hu hordofaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 28 Bara 2014 (6 JANUARY 2022) Sagantaa Hubannoo Beektootaa har'aa keessa hasaawa hayyuu tokkoo isinii dhiyeechinaa nu hordofaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa SEENAAFI SEEXAA MUDDE 27 Bara 2014 (5 JANUARY 2022) Seenaa Aanolee kutaa lammaffasaa isinii dhiyeechinaa, nu hordofaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 26 Bara 2014 (4 JANUARY 2022) Marii mootummaan PP nan gaggeecha jedhurratti, yaada hayyuu tokkoo isin biraan geechaa, nuwaliin turaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa LAFAAFI LAFEE MUDDE 25 Bara 2014 (3 JANUARY 2022) Saamicha lafaa warri kaabaa lafa ummata gara kibba impaayerettiirratti godhanirratti Waa isinii dhiyeechinaa nu faana bu'aa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: ODUU - MUDDE 21 Bara 2014 (30 DECEMBER 2021) ODUU HAR'AA KESSATTI :- -Wallaggatti WBOn injifannoo galmeeche -Sooddotti PPn midhaan q/Bulaa gubsiifte -Koomishiinin Walmariisisa Marii Biyyaalessaa hundaa'e --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa SEENAAFI SEEXAA MUDDE 20 Bara 2014 (29 DECEMBER 2021) Seenaa harka muraafi harma muraa Aanolee isinii dhiyeechinaa, nu hordofaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 19 Bara 2014 (28 DECEMBER 2021) Dhimma walnyaachaa jiraachuu qondaaltota Bilxiginnaarratti yaada namootaa isinii dhiyeechinaa; nu waliin turaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa LAFAAFI LAFEE, MUDDE 18 Bara 2014 (27 DECEMBER 2021) Sababa alagaan qabeenya Oromiyaa saamuf, deemuf isinii dhiyeechinaa nu caqasaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Oduu MUDDE 16 Bara 2014 (26 DECEMBER 2021) Taayye Tanda'aa iccitii bilxiginnaa baase, Tarkaanfii WBOn fudhate. --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 16 Bara 2014 (25 DECEMBER 2021) Maalummaa ODAA fi FAAJJII SIRNA GADAA qabannee dhufneerraa, nufaana bu'aa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAFI HANQII MUDDE 15 Bara 2014 (24 DECEMBER 2021) Dhumaatii jumlaa Wallagga magaalaa Harootti ta'erratti waa guduuffannee dhufnee jirraa, nu hordofaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 14 Bara 2014 (23 DECEMBER 2021) Oromoon namatti quba qabuu dhiisee ofitti quba qabuu qaba.  --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa SEENAAFI SEEXAA MUDDE 13 Bara 2014 (22 DECEMBER 2021) Seenaa Obbo AARGAAWU DINQAA kutaa lammaffaasaa qabannee dhufneerraa nu caqasaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa LAFAAFI LAFEE MUDDE 11 Bara 2014 (20 DECEMBER 2021) Ijaarsa Industirii Addaa Gadaa jedhamurratti waan qabanne dhufne qabnaa; itti dhiyaadhaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 10 Bara 2014 (19 DECEMBER 2021) Ajandaalee ijoo torban kana uwwisa miidiyaalee argatan isinii dhiyeechinaa, itti dhiyaadhaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 9 Bara 2014 (18 DECEMBER 2021) Ulaagaa Abbaan Gadaa tokko ittiin filatamurratti waan qabanne dhufne qabnaa, nu waliin turaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAF HANQII MUDDE 8 Bara 2014 (17 DECEMBER 2021) Ajjeechaa jumlaa Oromoo Karrayyuurrattii taasifame walqabatee waan qindeeffanne qabnaa; itti dhiyaadhaa! --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 7 Bara 2014 (16 DECEMBER 2021) Ajjeechaa jumlaa miseensoota Gadaa Michillee Oromoota Karraayyu irra raawwatame ilaalchise yaada namoota lama qabanne dhufneerra.  --- Support this podcast: https://podcasters.spotify.com/pod/show/raadiyoonii-dirree-shaggar/support
loading
Comments 
Download from Google Play
Download from App Store