DiscoverBaar gama
Baar gama

Baar gama

Author: baar gama

Subscribed: 10Played: 617
Share

Description

Baargama is a podcast in Afan Oromo featuring discussions on technology, politics, socio-economy and cuture of the Oromo with an aim to bring together Oromo communities around the globe closer and to inspire a culture of giving back. Simply put, Baargama is a platform to entertain, inform and inspire.
5 Episodes
Reverse
Xinsammuu

Xinsammuu

2019-06-0159:241

Keessummaa keenya qophii kanaa Leellisaa Baraa (Lelisa Bera) yeroo ta’u dhiheenya kana Yunivarsiitii UC Berkeley irraa Barumsa Psychology (Xiinsammuu) dhaan eebbifameera. Muxannoo isaa barnoota biyya ambaa fi waa'ee qo'annaa xiinsammuu isa gaafanneerra.  https://news.berkeley.edu/2019/05/21/graduating-senior-lelisa-bera/ Credit: The introduction was taken from ABC7 News 
Qophiin kun haasaa Obbo Jootee Waaqjiraa Koorsaa waliin goone  kutaa 2ffaa fi isa xumuraati. Obbo Jooteen hundeessaa dhaabbata 'Equinox Outsourcing Services' yeroo ta’u dhaabbatuma kanatti hogganaa Damee Afriikaa Bahaa dha. Baakki hojiif jireenya isaa Keeniyaa Nairobiidha. Haasaa Daldalaan wal barra jedhuun eegalle itti fufna.
Kutaa kana keessatti Obbo Jootee Waaqjiraa Koorsaa dubbisne. Obbo Jooteen waliin hundeessaa Dhaabbata Equinox Outsourced Services jedhaamuu fi Dayrekteera Kutaa Baha Afriikaati. Haasaa obbo Jootee waliin goone keessatti kan xiyyeeffanne daldala irratti. Muurtee dhaabbata ofii dhaabuu dudduuba maaltu jira gaaffii jedhuuf deebii soqneerra. Yaadota tibbanaa biroos kaasnee mari'anneerra.
Dinagdeen kun maali?

Dinagdeen kun maali?

2019-05-1201:04:401

Barbaachisummaa beekumsa dinagdee, dinagdee fi uummata Oromoo akkasumas waligaltee gabaa bilisa Afriikaa dhiheenyatti mallatteeffame irraa Itophiyaa fi uummatni Oromoo akkamitti fayyadamu danda'u dhimmoota jedhan irratti Hayyuu Ikonomiksii Dr. Addunyaa Biraanuu Olaanii waliin Baargamni haasaa godhee ture.
Ashamaa!

Ashamaa!

2019-03-2101:50

Baargamni poodkaastii Afaan Oromoo dhimmoota Dinagdee, Teknooloojii, Hawaasa, Qabeenya Umamaa fi dhimmoota kkf irratti hayyoota Oromoo baargama jiran waliin haasaan bakka itti godhamu fi dhaggeeffatoota Afaan Oromoo addunyaa mara irra jiraniif karaa toora interneetii sagantaa qaqqabu.     
Comments (4)

almaz ebba

Dargarggoota keenyaaf fakkenya gaarii dha. Namni jabaate hojjennan baka yaadu ni gaha.

Jun 13th
Reply

Melese Nigussie

Sagantaa bayeessa!jabaadha akka duubatti hin jenne!!!

Jun 10th
Reply

almaz ebba

Marii bareedaa dha! Jabaadhaa!

May 19th
Reply

almaz ebba

Jabaadhu. Yaada gaarii dha. Bara hojii gaarii siif haa ta'u! Milkaa'ii!

May 18th
Reply