Dhaddacha Oromoo: Siyaas-Diinagdee,qopheessan Obbo Ayyaanaa Goobanaa
Update: 2022-01-22
Description
DO: majjii 21/20 22-Hundee Qaboo Bilisummaa fi Walabummaa Oromiyaa irratti
Keessummaan CO hardhaa Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaa, qabsaawaa gam,eessa WBO kan jaal Elemoo Qilxuu faa
waliin rasaasa dura dhukaasan waliin marii taasisna
Comments 
In Channel



















