DiscoverILMAORMAAEp 256 "የኦሮሙማ መንግሥት - Mootummaa Oromo" Kan Jadhamee Hamatamufi Himamu Dhugoomsuuf Ragaan Jira?!
Ep 256 "የኦሮሙማ መንግሥት - Mootummaa Oromo" Kan Jadhamee Hamatamufi Himamu Dhugoomsuuf Ragaan Jira?!

Ep 256 "የኦሮሙማ መንግሥት - Mootummaa Oromo" Kan Jadhamee Hamatamufi Himamu Dhugoomsuuf Ragaan Jira?!

Update: 2025-09-10
Share

Description

Waggoota torban dabran keessatti xurree heddurraa himannaan ተረኞች, ባለጊዜ, የኦሮሙማ መንግሥት, Oromoon masaraa seenee jiraa fi ka jiru mootummaa Oromooti jadhamee ballinaan hoggu himamu dhagahaa hardha geenye.Bara 2025 "mootummaa harkaa qaban" yookaan "mootummaa harkaa qabna" jachuun qoma dhiibanii dubbachuun kan dandahamu yoo warra furtuu diinagdee biyyaa bifa hedduun of- harkaatti galfatan adda baasanii beekan callaa. Kanaaf futuwwan diinagdee biyyaa yaroo ammaan kanatti Oromo moo warra biraati of-harkaa qaba? Furtuu diinagde dursanii of-harkatti galfachuun hegereef bu'aa maalii qabaa? Warra madda jajjabaa diinagdee ammayyaarraa moggaafamaniiho akkamiin miidhuuf jiraata? Dhihaadhaa!

Comments 
In Channel
loading
00:00
00:00
x

0.5x

0.8x

1.0x

1.25x

1.5x

2.0x

3.0x

Sleep Timer

Off

End of Episode

5 Minutes

10 Minutes

15 Minutes

30 Minutes

45 Minutes

60 Minutes

120 Minutes

Ep 256 "የኦሮሙማ መንግሥት - Mootummaa Oromo" Kan Jadhamee Hamatamufi Himamu Dhugoomsuuf Ragaan Jira?!

Ep 256 "የኦሮሙማ መንግሥት - Mootummaa Oromo" Kan Jadhamee Hamatamufi Himamu Dhugoomsuuf Ragaan Jira?!

Ilmaormaa