Ep239 J. Woldee- Ijoollee Herrega, Waayaadachuufi Maldhahuufaa Akkamiin Akka Barsiisaa Turan | 2/9
Update: 2025-07-06
Description
Kutaa lammaffaa kana keessatti Jaal Woldeen - uumama ijoollummaa isaaniitti argaa guddatan;- Ummatni akkamiin guyyaa bakka bakkatti qoodee gurmeeffataa ture;- Warri Tuulama akkamiin jireenya isaanii gaggeefataa turanii ?- Warri Tuulama ijoollee akkamiin manatti waan gara-garaa barsiisaa turan?- Warri ofii lafa hinqabne, warra Abbaalaafaaf maalfaa akka dalagaafii turan;- Warri Tuulama aadaasaanii dhalootaaf carraaqqii akkam jiraa gaggeessaa turan? Seenaa kanaafi kabiraa hedduu ball'inaan nuun qooddatu.Dhihaadhaa!
Comments
In Channel