Ep243 Rakkoo Jaallan Maadhee Shaggar Turte Jidduutti Argame furuuf Namni Dirreerraa Ergame | 6/9
Update: 2025-07-20
Description
Kurfii 6ffaa kana gubbaatti J Woldeen jaallan magaalaa keessatti hafan- Hogganootni magaalaa gad-dhiisanii hoggu deeman haala ture,- Warra dirree jiru tinnisuuf carraaqqii godhama turan,- Tattaaffii Jaallan magaalaa keessatti hafan of deebisanii gurmeessuuf godhaa turan,- Rakko kamtuu J. Muheen dirreerraa akka Shaggar dhufu sababaa taateef,- Erga DARGUUn hidhaatti isaan guuree booda hariiroo dhaabaa waliin turee- hidhaa bahani haala isaan mudateefii seenaa kan biroo hedduu nuun qooddatuDhihaadhaa!
Comments
In Channel