Springtime hay fever and asthma: how to manage seasonal allergies - Ho’a margaa fi Asmaa yeroo birraa
Update: 2025-10-08
Description
Springtime in Australia brings warmth, blossoms, and longer days—but also the peak of pollen season. For millions of Australians, this means the onset of hay fever and allergy-induced asthma. - Australia keessatti yeroon birraa hoʼa, daraaraa fi guyyoota dheeraa fida—garuu yeroon daraaraan harcaafatu hedduu ol ka'aa tahes. Lammiilee Australia miliyoonaan lakkaa’amaniif, kun jalqaba dhukkubni hay fever fi asmaa alarjiitiin dhufu jechuudha.
Comments
In Channel